Afaan oromo tarre afaanoota technology Faana hiriirsuuf carraaqqin Godhamu itti fufee jira. Kinoo akkuma dhiheenya kana facebook Afaan oromooti Hojii Eegale Kan telegramatis Hojii egale jira kun itti fuufa afaan Addunyaa akka ta,uuf

TELEGRAMA: keessan Ammuma gara Afaan oromootti Jijjjirtanii itti fayyadamuuf Telegrama Afaan oromo kan jadhu irratti tuqaa👇

Related Posts

Leave a Reply

Your email address will not be published. Required fields are marked *